-
Keessa Deebii 6:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 “Isin gara biyya dhaalaan fudhattanitti yommuu ceetan akka isaan eegdaniif, ajajawwan, dambiiwwanii fi heerawwan Waaqni keessan Yihowaan isin barsiisuuf kenne kanneen kana dha;
-