- 
	                        
            
            Faarfannaa 18:25-30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
25 Nama amanamaa taʼeef amanamaa ni taata,+
Nama balleessaa hin qabneefis balleessaa kan hin qabne taʼuu kee ni argisiista;+
26 Nama qulqulluudhaaf qulqulluu ni taata,+
Isa jalʼaatti garuu gamna taʼuu kee ni argisiista.+
28 Yaa Yihowaa, ibsaa koo kan ibsu,
Waaqni koo inni dukkana koo ibsu siʼi.+
29 Gargaarsa keetiin tuuta weerartootaa dura dhaabbachuu nan dandaʼa;+
Humna Waaqayyootiin dallaa utaaluu nan dandaʼa.+
Inni warra isatti kooluu galan hundumaatiif gaachana.+
 
 -