LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 18:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Gargaarsa keetiin tuuta weerartootaa dura dhaabbachuu nan dandaʼa;+

      Humna Waaqayyootiin dallaa utaaluu nan dandaʼa.+

  • Filiphisiyus 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Karaa isa humna naaf kennu sanaatiin jabina waan hundumaatiif na barbaachisu qaba.+

  • Ibroota 11:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Isaan amantiidhaan mootummoota injifataniiru,+ qajeelummaan akka jiraatu godhaniiru, waadaa argataniiru,+ afaan leencotaa cufaniiru,+ 34 humna ibiddaa dhaamsaniiru,+ qara goraadee jalaa baʼaniiru,+ yeroo dadhabanitti humna argataniiru,+ waraana irratti jaboo taʼaniiru,+ loltoota isaan weeraran moʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi