- 
	                        
            
            Faarfannaa 7:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Rakkinni inni uume mataa isaa irratti ni deebiʼa;+
Hamminni isaas gubbee mataa isaa irratti ni buʼa.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Fakkeenya 5:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
22 Namni hamaan balleessaa ofii isaatiin kiyyoo keessa gala,
Wadaroo cubbuu isaatiinis ni qabama.+
 
 -