- 
	                        
            
            1 Mootota 2:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 “Shimeʼiin ilmi Geeraa Biiniyaamtichi inni Baahuriimii dhufes sii wajjin jira. Inni guyyaa ani gara Mahaanaayim dhaqaa turetti+ abaarsa cimaa na abaareera;+ na simachuuf gara Yordaanositti yeroo gad buʼetti garuu, ‘Ani goraadeedhaan si hin ajjeesu’ jedhee maqaa Yihowaatiin isaaf kakadheera.+ 9 Ammas inni utuu hin adabamin akka hafu hin godhin;+ ati nama ogeessa waan taateef wanta isa irratti raawwachuu qabdu ni beekta; harriin isaa dhiigaan gara Awwaalaatti* akka gad buʼu godhi.”+
 
 -