2 Saamuʼel 15:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Kanaafuu, akkuma Abishaalom Yerusaalemitti seeneen, Hushaay michuun Daawit*+ gara magaalattii dhaqe. 1 Seenaa Baraa 27:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Ahitoofel+ gorsituu mootichaa yeroo taʼu, Hushaay+ Arkichi immoo michuu mootichaa* ture.
37 Kanaafuu, akkuma Abishaalom Yerusaalemitti seeneen, Hushaay michuun Daawit*+ gara magaalattii dhaqe.