- 
	                        
            
            1 Mootota 11:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Haa taʼu malee, ani abbaa kee Daawitiif jedhee bara jireenyaa keetti kana hin godhu. Harka ilma keetii irraa mootummicha nan tarsaasa;+ 13 taʼus ani guutummaa mootummichaa isa irraa hin tarsaasu.+ Tajaajilaa koo Daawitii fi Yerusaalem ishii ani filadheef+ jedhee gosa tokko ilma keetiif nan kenna.”+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 11:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Luboonnii fi Leewwonni warri guutummaa Israaʼel keessa turan naannoowwan isaanii hundumaa keessaa baʼanii isa cinaa dhaabbatan.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 11:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Gosoota Israaʼel hundumaa keessaa namoonni Yihowaa Waaqa Israaʼeliin barbaaddachuuf garaa isaaniitti murteessan, Waaqa abbootii isaanii kan taʼe Yihowaadhaaf aarsaa dhiheessuuf isaan duukaa buʼanii gara Yerusaalem deeman.+
 
 -