-
1 Mootota 5:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Solomoon Mootichi guutummaa Israaʼel keessaa namoota hojii dirqamaa hojjetan ni filate; namoonni filatamanis 30,000 turan.+ 14 Innis jiʼa jiʼaan 10,000 godhee dabaree dabareedhaan gara Libaanonitti isaan erga ture. Isaanis jiʼa tokko Libaanon keessatti, jiʼa lama immoo mana isaaniitti dabarsu turan; Adoniraamis+ warra hojii dirqamaa hojjetan irratti itti gaafatamaa ture.
-