- 
	                        
            
            2 Saamuʼel 11:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Xalayaa sana irrattis, “Uuriyaa bakka lolli cimaan itti godhamutti toora fuulduraa irra dhaabbachiisi. Achiis akka inni rukutamee duʼuuf, isin isa duubaa baqadhaa” jedhee barreesse.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 51:ibsa jalqaba boqonnaarra jiruKitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit isa inni erga Baat Sheebaa+ wajjin saalqunnamtii raawwatee booda yommuu Naataan raajichi gara isaa dhufetti faarfate.
 
 -