Abbootii Murtii 5:20, 21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Urjiileen samii irraa ni lolan;Daandii isaanii irraas Siseeraa waraanan. 21 Lolaan* Qiishoon, lolaan* bara durii,Eeyyee, lolaan* Qiishoon haree isaan fudhate.+ Yaa lubbuu* koo, ati warra humna qabeeyyii taʼan irra ejjetteetta. Faarfannaa 83:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkuma Miidiyaan+ irratti goote,Akkuma laga* Qiishoon biratti Siseeraa fi Yaabiin irratti goote isaan irrattis godhi.+
20 Urjiileen samii irraa ni lolan;Daandii isaanii irraas Siseeraa waraanan. 21 Lolaan* Qiishoon, lolaan* bara durii,Eeyyee, lolaan* Qiishoon haree isaan fudhate.+ Yaa lubbuu* koo, ati warra humna qabeeyyii taʼan irra ejjetteetta.
9 Akkuma Miidiyaan+ irratti goote,Akkuma laga* Qiishoon biratti Siseeraa fi Yaabiin irratti goote isaan irrattis godhi.+