-
Baʼuu 34:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Yihowaan duumessa keessa gad buʼee+ achitti isa bira dhaabbate; maqaa Yihowaas ni labse.+ 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,
-