Hoseʼaa 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ammas isaan cubbuu isaanii irratti dabaluudhaanMeetii isaanii irraa siidaawwan sibiilaa* tolfataniiru;+Waaqolii tolfamoo ogummaadhaan ni tolfatu, hundi isaanii iyyuu hojii ogeeyyii harkaa ti. Achiis, ‘Namoonni aarsaa dhiheessan jabbilee haa dhungatan’+ isaaniin jedhu.
2 Ammas isaan cubbuu isaanii irratti dabaluudhaanMeetii isaanii irraa siidaawwan sibiilaa* tolfataniiru;+Waaqolii tolfamoo ogummaadhaan ni tolfatu, hundi isaanii iyyuu hojii ogeeyyii harkaa ti. Achiis, ‘Namoonni aarsaa dhiheessan jabbilee haa dhungatan’+ isaaniin jedhu.