LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 16:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Ahaab daandii Yeroboʼaam+ ilma Nebaat irra deemuun isaa iyyuu itti hanqatee, Iizaabel+ ishii intala Etbaʼaal isa mootii Siidoonotaa+ taʼe sanaa ni fuudhe; akkasumas Baʼaaliin tajaajiluu+ fi isaaf sagaduu ni jalqabe.

  • 2 Seenaa Baraa 22:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Akaaziyaan yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 22 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa tokkoof ni bulche. Maqaan haadha isaa Ataaliyaa+ yeroo taʼu, ishiin intala ilma* Omrii+ turte.

      3 Haati isaa wanta hamaa akka raawwatu isa gorsaa waan turteef, inni daandiiwwan mana Ahaab+ irra ni deeme.

  • Mulʼata 2:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “‘Taʼus, waanan itti si komadhu qaba, dubartii Iizaabel+ jedhamtu, ishii raajii ofiin jettuu fi garboonni koo halalummaa*+ akka raawwatan, akkasumas wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan akka nyaatan barsiistuu fi dogoggorsitu sana callistee ilaalta.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi