- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 22:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
22 Yeroo kanatti Daawit Abiyaataariin akkana jedhe: “Doʼeeg Edoomtichi achi waan tureef, inni dhimma kana Saaʼolitti akka himu guyyuma sana beekeen ture.+ Duʼa namoota* mana abbaa keetii hundumaatiif dhuunfaatti kan itti gaafatamu ana dha. 23 Na bira taaʼi. Hin sodaatin; namni lubbuu kee barbaadu kam iyyuu lubbuu koo barbaada; ani eegumsa siifan godha.”+
 
 -