LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 2:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis luba amanamaa tokko ofii kootiif nan kaasa.+ Inni akka hawwii garaa kootti* ni hojjeta; ani mana yeroo dheeraa jiraatu isaaf nan ijaara; innis yeroo hundumaa isa ani dibe sana dura ni deema.

  • 1 Seenaa Baraa 6:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Sanyiiwwan Aaron kanneen kana turan:+ ilma isaa Eleʼazaar,+ ilma Eleʼazaar Finahaas, ilma Finahaas Abishuwaa,

  • 1 Seenaa Baraa 6:53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 ilma Ahixuub, Saadoq,+ ilma Saadoq Ahimaʼaaz.

  • 1 Seenaa Baraa 12:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Akkasumas Saadoq+ inni dargaggeessa jabaa fi onnataa taʼe ajajjoota mana abbootii isaa 22 wajjin ni dhufe.

  • 1 Seenaa Baraa 16:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Achiis Daawit akka barsiifata guyyaa guyyaadhaan turetti+ yeroo hunda Taaboticha duratti akka tajaajilaniif,+ Asaafii+ fi obboloota isaa achuma taabota kakuu Yihowaa duratti dhiise.

  • 1 Seenaa Baraa 16:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Saadoq+ lubichii fi luboonni isaa wajjin tajaajilan kaan godoo qulqulluu Yihowaa isa iddoo ol kaʼaa Gibeʼonitti+ argamu fuuldura turan;

  • 1 Seenaa Baraa 24:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Daawit, Saadoq+ isa ilmaan Eleʼazaar keessaa tokko taʼee fi Ahimelek isa ilmaan Itaamaar keessaa tokko taʼee wajjin taʼuudhaan akka itti gaafatamummaa tajaajila isaaniif kennameetti isaan hihire.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi