-
2 Mootota 7:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Mootichis ajajaa raayyaa waraanaa itti amanamu sana karricha irratti itti gaafatamaa godhee ni muude; haa taʼu malee, akkuma namni Waaqa dhugaa sun yommuu mootichi gara isaatti gad buʼe itti himee turetti namoonni karricha irratti dhidhiitanii isa ajjeesan.
-