-
2 Mootota 6:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Achiis mootichi, “Rakkinni kee maali dha?” jedhee ishii gaafate. Ishiinis deebistee akkana isaan jette: “Dubartiin tun, ‘Harʼa akka isa nyaannuuf ilma kee fidi; ilma koo immoo boru nyaanna’ naan jette.+ 29 Kanaafuu, nuti ilma koo affeellee nyaanne.+ Guyyaa itti aanutti immoo ani, ‘Isa akka nyaannuuf ilma kee fidi’ ishiidhaan nan jedhe. Ishiin garuu ilma ishii ni dhoksite.”
-