LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 23:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Waaqayyo akka namaa soba hin dubbatu,+

      Akka ilma namaas yaada isaa hin jijjiiru.*+

      Inni wanta tokko yommuu jedhu, wanta sana hin raawwatuu?

      Wanta dubbate hoo, fiixaan hin baasuu?+

  • 2 Mootota 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti Eelsaaʼi akkana jedhe: “Dubbii Yihowaa dhagaʼaa. Yihowaan akkana jedha: ‘Boru yeroo kanatti karra* Samaariyaa irratti daakuun bullaaʼaan safartuun siihii* tokko sheeqilii* tokkoon, garbuun safartuun siihii lamas sheeqilii tokkoon ni gurgurama.’”+

  • Isaayyaas 55:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buʼee,

      Lafa jiisuudhaan oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu,

      Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma ol hin deebine,

      11 Dubbiin afaan koo keessaa baʼus akkanuma ni taʼa.+

      Dhugumaan wantan itti gammadu* ni raawwata,+

      Wantan itti isa erges fiixaan ni baasa malee

      Akkanumaan gara kootti hin deebiʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi