-
2 Mootota 9:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Booda Yooraam Mootichi yeroo Hazaaʼel mootii Sooriyaa wajjin wal waraanetti madaa warri Sooriyaa isa madeessan irraa bayyanachuuf gara Yezriʼelitti+ ni deebiʼe.+
Yehuunis, “Yoo kana irratti walii galtan, eenyu iyyuu magaalattii keessaa baʼee dhaqee oduu kana Yezriʼel keessatti akka hin dubbanne eegaa” jedhe.
-