-
2 Mootota 9:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Achiis qaruuraa zayitii sana fudhadhu; zayitichas mataa isaa irratti dhangalaasiitii, ‘Yihowaan, “Ani Israaʼel irratti mootii godhee si dibeera”+ jedha’ isaan jedhi. Sana booda balbala baniitii dafii baqadhu.”
-