LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yeroo kanatti Abishaalom, “Sagalee xurumbaa akkuma dhageessaniin, ‘Abishaalom Kebroon keessatti mootii taʼeera!’+ jedhaatii labsaa” jedhee gosoota Israaʼel hundumaa gidduutti basaastota erge.

  • 1 Mootota 1:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Saadoq lubichii fi Naataan raajichi achitti Israaʼel irratti mootii godhanii isa ni dibu;+ achiis xurumbaa* afuufaatii, ‘Solomoon Mootichi bara baraaf haa jiraatu!’+ jedhaa.

  • 1 Mootota 1:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Saadoq lubichis gaanfa zayitichaa+ dunkaana+ keessaa fudhatee Solomooniin ni dibe;+ isaanis xurumbaa afuufuu jalqaban; namoonni sun hundis, “Solomoon Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhanii iyyuu jalqaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi