11 “Ilma Aaron lubichaa, ilma Eleʼazaar kan taʼe Finahaas,+ morkii ana ilaalchisee isaan gidduutti kaʼe hundumaa obsaan bira darbuu dhiisuudhaan dheekkamsa koo saba Israaʼel irraa deebiseera.+ Guutummaatti akka naaf bulan kanan barbaadu taʼus, Israaʼelota haxaaʼee kanan hin balleessine kanaafi.+