LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 13:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yeroo boodas Yehoʼahaaz Yihowaa biratti fudhatama argachuuf ni kadhate; Yihowaanis cunqursaa mootiin Sooriyaa Israaʼel irra geessise waan argeef, kadhannaa isaa ni dhagaʼe.+ 5 Kanaafuu, Yihowaan harka Sooriyaa jalaa bilisa isaan baasuuf fayyisaa tokko Israaʼeliif ni kenne;+ Israaʼelonnis akkuma duraanii mana mana isaanii keessa jiraachuu dandaʼan.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi