-
1 Mootota 22:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Ahaab mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti Yoshaafaax+ ilmi Aasaa mootii Yihudaa taʼe.
-
-
2 Mootota 14:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yoʼaas+ Ilmi Yehoʼahaaz mootii Israaʼel mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti, Amaaziyaan ilmi Yoʼaas mootii Yihudaa mootii ni taʼe.
-