LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 14:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yeroo kanatti haati manaa Yeroboʼaam kaatee karaa ishii qabattee gara Tirzaa dhufte. Yeroo ishiin balbala manichaa bira geessus mucichi ni duʼe.

  • 1 Mootota 15:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Baʼaashaanis wanta kana yommuu dhagaʼu, yeruma sana Raamaa ijaaruu* dhiisee Tirzaa+ keessa jiraachuu isaa itti fufe.

  • 1 Mootota 16:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Aasaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 26ffaa isaatti, Eelaan ilmi Baʼaashaa Tirzaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa lamaafis ni bulche.

  • 1 Mootota 16:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Omrii fi guutummaan Israaʼel warri isaa wajjin turan Gibetoon keessaa baʼanii Tirzaatti marsan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi