-
Isaayyaas 9:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haa taʼu malee, dimimmisni sun akka yeroo biyyattiin dhiphattee turte sanaa, akka bara durii yeroo biyyi Zaabiloonii fi biyyi Niftaalem tuffatamanii turan sanaa hin taʼu.+ Yeroo booda garuu inni* biyyichi jechuunis daandiin galaanichatti geessu, Galiilaan sabootaa inni naannoo Yordaanos keessatti argamu ulfina akka argatu ni godha.
-