2 Mootota 16:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Uuriyaan+ lubichis akkuma qajeelfama Akaaz Mootichi Damaasqoodhaa isaaf ergetti iddoo aarsaa sana ni ijaare.+ Uuriyaan lubichi Akaaz Mootichi Damaasqoodhaa deebiʼuu isaa dura iddoo aarsaa sana ijaaree xumure.
11 Uuriyaan+ lubichis akkuma qajeelfama Akaaz Mootichi Damaasqoodhaa isaaf ergetti iddoo aarsaa sana ni ijaare.+ Uuriyaan lubichi Akaaz Mootichi Damaasqoodhaa deebiʼuu isaa dura iddoo aarsaa sana ijaaree xumure.