-
1 Mootota 7:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Achiis sibiila diimaa irraa gaariiwwan*+ kudhan ni hojjete. Tokkoon tokkoon gaarii kanaa dheerinni isaa dhundhuma afur, dalgi isaa dhundhuma afur, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma sadii ture. 28 Akkaataan gaariiwwan itti hojjetaman akka kanaa gadii ti: Gaariiwwan kun cinaacha battee kan qaban yeroo taʼu, cinaachi isaanii kunis dagaleewwan gidduu oola ture.
-