Leewwota 20:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Isin akka dambiiwwan saboota warra ani isin duraa ariʼu sanaatti hin deddeebiʼinaa;+ isaan wantoota kana hundumaa waan raawwataniif ani isaan nan jibbe.+
23 Isin akka dambiiwwan saboota warra ani isin duraa ariʼu sanaatti hin deddeebiʼinaa;+ isaan wantoota kana hundumaa waan raawwataniif ani isaan nan jibbe.+