- 
	                        
            
            1 Mootota 19:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Kanaafuu, inni deebiʼee qotiyyoo cimdii tokko fuudhee aarsaa godhe; miʼawwan qotiisaa sanaan immoo foon qotiyyoowwan sanaa affeelee namoota sanaaf ni kenne; isaanis ni nyaatan. Sana booda inni kaʼee Eeliyaas duukaa ni buʼe; isas tajaajiluu ni jalqabe.+
 
 -