LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 8:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isin sagalee Waaqa keessan Yihowaa waan hin dhageenyeef, akkuma saboota Yihowaan isin duratti balleesse sanaatti ni balleeffamtu.+

  • 1 Mootota 14:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yihowaan akka shomboqqoo bishaan keessaa raafamuutti Israaʼeliin ni rukuta; isaan utubaawwan waaqeffannaa*+ isaanii hojjetanii Yihowaa waan dheekkamsiisaniif, inni biyya gaarii abbootii isaaniitiif kenne kana irraa Israaʼeliin ni buqqisa;+ Lagicha* gamattis isaan ni bittinneessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi