-
2 Seenaa Baraa 32:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Akka kanaan, Yihowaan harka Senaaheriib mootii Asoorii fi harka warra kaanii hundumaa irraa Hisqiyaasiin, akkasumas jiraattota Yerusaalemiin ni oolche; kallattii hundumaatiinis boqonnaa isaaniif ni kenne.
-
-
Isaayyaas 10:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Guyyaa sanatti warri Israaʼel keessaa hafan,
Warri mana Yaaqoob keessaa oolanis
Qaama isaan rukute irratti hin hirkatan;+
Kanaa mannaa, amanamummaadhaan Yihowaa irratti,
Isa Qulqulluu kan Israaʼel irratti ni hirkatu.
-