2 Mootota 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Magaalaa dallaa dhagaa qabduu fi magaalaa filatamtuu kam iyyuu ni rukuttu;+ muka gaarii taʼe kam iyyuu ni murtu; burqaawwan bishaanii kam iyyuu ni duuchitu; maasii gaarii taʼe kam iyyuus dhagaadhaan ni balleessitu.”+
19 Magaalaa dallaa dhagaa qabduu fi magaalaa filatamtuu kam iyyuu ni rukuttu;+ muka gaarii taʼe kam iyyuu ni murtu; burqaawwan bishaanii kam iyyuu ni duuchitu; maasii gaarii taʼe kam iyyuus dhagaadhaan ni balleessitu.”+