-
Keessa Deebii 12:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii illee waaqolii isaaniitiif ibiddaan gubuudhaan, wanta jibbisiisaa Yihowaan jibbu hundumaa waaqolii isaaniitiif ni godhu; ati garuu Waaqa kee Yihowaadhaaf wanta akkanaa hin godhin.+
-
-
Faarfannaa 106:37, 38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii
Jinniiwwaniif aarsaa godhanii dhiheessu turan.+
-