-
Hisqiʼel 12:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Geggeessaan isaan gidduutti argamu sun miʼa isaa gateettii isaa irratti baatee dukkanaan baʼee deema. Inni dallaa sana uree miʼa isaa baatee gad baʼa.+ Lafa ilaaluu akka hin dandeenyettis fuula isaa ni haguuggata.’
-