1 Seenaa Baraa 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Phenuʼel abbaa Geedor ture; Ezeer abbaa Hushaa ture. Kanneen kun ilmaan Huur+ isa ilma angafaa Efraataa taʼee fi abbaa Beetaliheem+ taʼe sanaa turan.
4 Phenuʼel abbaa Geedor ture; Ezeer abbaa Hushaa ture. Kanneen kun ilmaan Huur+ isa ilma angafaa Efraataa taʼee fi abbaa Beetaliheem+ taʼe sanaa turan.