LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Yeroo sanatti Sulula* Arnoon irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti+ biyya mootota Amoorotaa lamaan+ warra naannoo Yordaanos keessa jiraachaa turan sanaa ni fudhanne;

  • Keessa Deebii 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 kana malees, magaalota lafa diriiraa* hundumaa, guutummaa Giiliyaad, akkasumas guutummaa Baashaan hamma Saalekaa fi Edraay+ warra magaalota bulchiinsa Oog isa Baashaanitti argamu sanaa taʼaniitti ni qabanne.

  • Iyyaasuu 12:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kana malees, naannoo Oog+ mootii Baashaan isa namoota Refaayim+ warra dhumaa keessaa tokko turee fi Ashtaarotii fi Edraay keessa jiraachaa ture 5 isa Gaara Hermoon, Saalekaa fi guutummaa Baashaan+ keessatti hamma daangaa Geeshurotaa fi Maʼaakaatotaatti,+ akkasumas walakkaa Giiliyaad hamma naannoo Sihoon mootii Heshboonitti+ bulchaa ture sanaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi