LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, Waaqni keenya Yihowaan Oog mootii Baashaanii fi saba isaa hundumaa harka keenyatti dabarsee kenne; nutis isa rukunne; saba isaa keessaas namni tokko illee hin oolle.

  • Keessa Deebii 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kutaa Giiliyaad isa hafee fi guutummaa Baashaan isa bulchiinsa Oog taʼe immoo walakkaa gosa Minaaseetiif nan kenne.+ Guutummaan naannoo Argoob inni kan Baashaan taʼe biyya Refaayim jedhama ture.

  • Keessa Deebii 32:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Dhadhaa loonii fi aannan bushaayee,

      Hoolota hunda caalaa filatamoo taʼanii* wajjin,

      Korbeeyyii hoolaa Baashaanii fi korbeeyyii reʼee,

      Qamadii hunda caalaa baʼeessa taʼee* wajjin isa ni soore;+

      Atis daadhii wayinii dhiiga* firii wayinii irraa argamu ni dhugde.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi