2 Seenaa Baraa 34:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isaan maallaqicha isa gara mana Yihowaatti fidame yeroo baasanitti,+ Hilqiyaan lubichi kitaaba Seera Yihowaa+ isa karaa Musee*+ kenname ni argate.
14 Isaan maallaqicha isa gara mana Yihowaatti fidame yeroo baasanitti,+ Hilqiyaan lubichi kitaaba Seera Yihowaa+ isa karaa Musee*+ kenname ni argate.