1 Saamuʼel 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Waggaa tokko keessattis* Haannaan ulfooftee ilma deesse; ishiin, “Yihowaa kadhadheen argadhe” jechuudhaan maqaa isaa Saamuʼel* jettee moggaaste.+
20 Waggaa tokko keessattis* Haannaan ulfooftee ilma deesse; ishiin, “Yihowaa kadhadheen argadhe” jechuudhaan maqaa isaa Saamuʼel* jettee moggaaste.+