-
Iyyaasuu 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.
-
-
Iyyaasuu 21:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Gosa Asheer+ keessaa, Mishaal iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Abdoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,
-