-
1 Mootota 4:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Solomoon bulchitoota guutummaa Israaʼel irratti muudamanii mootichaa fi maatii isaatiif soorata dhiheessan 12 qaba ture. Tokkoon tokkoon isaanii waggaatti jiʼa tokkoof soorata dhiheessuuf itti gaafatamummaa qabu turan.+
-
-
1 Mootota 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 guutummaa tulloota Door irratti ilma Abinaadaab (Inni intala Solomoon Xaafaatiin fuudhee ture);
-