-
1 Seenaa Baraa 9:35-38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Abbaa Gibeʼon kan taʼe Yeyiʼel Gibeʼon+ keessa jiraata ture. Maqaan haadha manaa isaa Maʼaakaa ture. 36 Ilmi isaa inni angafaa Abdoon, warri kaan immoo Zuur, Qiish, Baʼaal, Neer, Naadaab, 37 Geedor, Ahiyoo, Zakkaariyaasii fi Miiqlot turan. 38 Miiqlot Shimeʼaam dhalche. Hundi isaaniis obboloota isaanii kaanii wajjin, obboloota isaaniitti dhihaatanii Yerusaalem keessa jiraatu turan.
-