LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 14:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Namoonni sun garuu Saaʼoliin akkana jedhan: “Yonaataan inni Israaʼeliif injifannoo* guddaa kana argamsiise duʼuu qabaa?+ Kun wanta hin yaadamne dha! Yihowaa isa jiraataa taʼeen ni kakanna, inni guyyaa kanatti kana kan godhe gargaarsa Waaqayyootiin waan taʼeef, rifeensa mataa isaa keessaa tokko illee lafa hin buʼu.”+ Akka kanaan namoonni sun Yonaataaniin waan oolchaniif,* inni utuu hin ajjeefamin hafe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi