Uumama 46:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ilmaan Yihudaa,+ Eer, Onaan, Sheelaa,+ Faaresii+ fi Zeeraa+ turan. Haa taʼu malee, Eerii fi Onaan biyya Kanaʼaan keessatti duʼan.+ Ilmaan Faares, Hesroonii fi Hamuul turan.+ 1 Seenaa Baraa 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Taamaar+ ishiin haadha manaa ilma Yihudaa taate, Faaresii+ fi Zaaraa isaaf ni deesse. Yihudaan walumaa galatti ilmaan shan qaba ture.
12 Ilmaan Yihudaa,+ Eer, Onaan, Sheelaa,+ Faaresii+ fi Zeeraa+ turan. Haa taʼu malee, Eerii fi Onaan biyya Kanaʼaan keessatti duʼan.+ Ilmaan Faares, Hesroonii fi Hamuul turan.+
4 Taamaar+ ishiin haadha manaa ilma Yihudaa taate, Faaresii+ fi Zaaraa isaaf ni deesse. Yihudaan walumaa galatti ilmaan shan qaba ture.