LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 9:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Namni gosa Biiniyaam Qiish+ jedhamuu fi baayʼee sooressa taʼe tokko jira ture; inni ilma Abiiʼel, ilma Zeroor, ilma Bekooraat, ilma Afiyaa Biiniyaamichaa+ ture. 2 Qiish ilma dargaggeessaa fi bareedaa Saaʼol+ jedhamu tokko qaba ture; Israaʼelota gidduudhaa namni isa caalaa bareedu hin jiru ture; inni gateettii isaatii olitti namoota hundumaa irra ni dheerata ture.

  • 1 Saamuʼel 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaafuu, namoonni sun hundi gara Gilgaal dhaqanii, achitti Yihowaa duratti Saaʼoliin mootii godhan. Achittis Yihowaa duratti aarsaawwan gamtaa ni dhiheessan;+ Saaʼolii fi namoonni Israaʼel hundis baayʼee gammadan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi