Abbootii Murtii 6:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Achiis hafuurri Yihowaa Giidewon irra ni buʼe;*+ innis xurumbaa afuufe;+ Abiʼezeronnis+ isa duuba ni hiriiran. Abbootii Murtii 13:24, 25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Boodas dubartittiin ilma ni deesse; maqaa isaas Saamson+ jettee moggaaste; yommuu mucichi guddachaa deemuttis Yihowaan isa eebbisuu isaa ittuma fufe. 25 Yeroo boodas Mahaane Daan+ ishii Zoraa fi Eeshtaaʼol+ gidduutti argamtu keessatti hafuurri Yihowaa isa kakaasuu jalqabe.+
34 Achiis hafuurri Yihowaa Giidewon irra ni buʼe;*+ innis xurumbaa afuufe;+ Abiʼezeronnis+ isa duuba ni hiriiran.
24 Boodas dubartittiin ilma ni deesse; maqaa isaas Saamson+ jettee moggaaste; yommuu mucichi guddachaa deemuttis Yihowaan isa eebbisuu isaa ittuma fufe. 25 Yeroo boodas Mahaane Daan+ ishii Zoraa fi Eeshtaaʼol+ gidduutti argamtu keessatti hafuurri Yihowaa isa kakaasuu jalqabe.+