-
1 Seenaa Baraa 6:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 Aaronii fi ilmaan isaa+ akka Museen inni tajaajilaa Waaqa dhugaa taʼe ajaje hundumaatti hojiiwwan wantoota hundumaa caalaa qulqulluu taʼanii wajjin walitti dhufeenya qaban raawwachuudhaan, Israaʼeliif dhiifama argamsiisuuf+ iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatuu+ fi iddoo aarsaa ixaanaa+ irratti aarsaawwan aarfaman ni dhiheessan.
-