-
1 Mootota 1:47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
47 Dabalataanis tajaajiltoonni mootichaa, ‘Waaqni kee maqaa Solomoon maqaa kee caalaa ulfina qabeessa haa godhu; inni teessoo isaa teessoo kee caalaa guddaa haa godhu!’ jechuudhaan gooftaa keenya Daawit Mootichaaf gammachuu isaanii ibsuuf ol seenaniiru. Yeroo kanatti mootichi siree isaa irratti ni sagade.
-