3 Akka kanaan, jaarsoliin Israaʼel hundi gara mooticha isa Kebroonitti argamuu dhufan; Daawitis Kebroonitti Yihowaa duratti isaanii wajjin kakuu gale. Achiis isaan akkuma Yihowaan karaa Saamuʼel dubbatetti,+ Daawitiin Israaʼel irratti mootii godhanii diban.+